Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa, leenjii hoggansa badhaadhinaa guyyoottan saddeettan darbaniif mata dureewwan "Ilaalma Mootummaa Ida’amuutiin ce'umsa qonnaafi baadiyyaa, guddina Industrii Omishaa, guddina magaalaafi tuuriizimii" jedhan irratti kennaman er
Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa, leenjii hoggansa badhaadhinaa guyyoottan saddeettan darbaniif mata dureewwan "Ilaalma Mootummaa Ida’amuutiin ce'umsa qonnaafi baadiyyaa, guddina Industrii Omishaa, guddina magaalaafi tuuriizimii" jedhan irratti kennaman erga guduunfaniin booda hoggantoota leenjii marsaa kanarratti hirmaataniif qajeelfama hojii kennan.






