Mootummaan Naannoo Oromiyaa, Biyya Chaayinaatti, Mootummaa Ummataa Naannoo Shanjang Uyiguur waliin waliigaltee hariiroo michoomaa ciimsu mallatteesse.
Guyyaa har'aa, sagantaa Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti adeemsifame irratti, Naannoon Oromiyaafi Naannoon Shanjang Uyiguur waliigaltee michoomaa ciimsu mallatteessaniiru.






