Filannoon Marsaa 7ffaa boqonnaa ummanni keenya fedhii, dantaafi bilisummaa isaa ittiin labsate ture. Akkasumas dagaagina aadaa demokiraasii keenyaa keessatti tarkaanfii seenaa murteessaa ture. Caffeen Oromiyaa imaanaa ummanni keenya nurra kaa’e bu’uura taasisuun, Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu itti gaafatamummaa olaanaa kana irra deebiin natti laatera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa bu'uuressu hojiirra oolchee jira!
Ibsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname guutuun isaa akka armaan gadiitti kan dhiyaatudha.
--
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Wixinee Labsii Gurmaa’insa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Caffeen raggaasise bu'uura godhachuuuun ramaddii bulchitoota Godinaalee Oromiyaa jahanii ifoomse.
Bu'uuruma kanaan:
1. Obbo Abdurrahmaan Abdallaa Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Bulchaa Godina Baha Oromiyaa
Inisheetivoota Qonnaa: Humna Ce’umsa Sirna Dinagdee. Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Shimallis Abdiisaa.
Ce’uumsa Hawaas-Dinagdee Qindaa’aa: Akka Waliigaltee Araaraa Magaalaafi Baadiyyaatti. Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Shimallis Abdiisaa.