Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa qonna naannichaa daangeffamaafi mala aadaan hojjatamaa ture gara qonna ammayyaa tekinoloojiin deeggarameefi bu'aa gabaa gidduugaleeffateetti ceesisuun, jijjiirama bu'uuraa fiduuf tarkaanfiiwwan dandeessisoo akka kil
Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa qonna naannichaa daangeffamaafi mala aadaan hojjatamaa ture gara qonna ammayyaa tekinoloojiin deeggarameefi bu'aa gabaa gidduugaleeffateetti ceesisuun, jijjiirama bu'uuraa fiduuf tarkaanfiiwwan dandeessisoo akka kilaastara qonnaa bal'inaan jajjabeessaa jira.






