Har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa ta’uu Looreetii Nagaa Adunyaa, Muummee Ministiraa keenya Dr. Abiyyi Ahimad Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) ifatti eegalchiisun mirkaneessaniiru jedhan PMNO
Har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa ta’uu Looreetii Nagaa Adunyaa, Muummee Ministiraa keenya Dr. Abiyyi Ahimad Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) ifatti eegalchiisun mirkaneessaniiru. Taatee guddaan kun biyyaafi naannoo keenyaf barii bara haaraa kalaqaafi misooma dinagdee qabatamaa kan fidu qofa osoo hintaane, gama kalaqa dinagdee guddisuu, hawaasa naannawichaa humneessuufi itti fufiinsa mirkaneessuutinis gahee olaanaa kan taphatu ta’a.
Gama dinagdeetiin Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) invastimantii idil-addunyaafi biyya keessaa hawwachuu, al-ergii dabaluu, al-galchii bakka buusuufi indaastiriiwwan teeknoolojii olaanaa jajjabeessuun dhakaa bu’uuraa tarsiimoo industirii Itiyoophiyaa akka ta’uuf kan qophaa’edha. Zoonichi, xiyyeeffannoo tarsiimo’aa maanufaakchariingii olaanoo, teeknoolojiifi raawwiilee itti fufiinsa qabaniif kennuun, zooniiwwan dinagdee addaa guutuu Afrikaatiif ulaagaa kan kaa’u ta’a.
Hawaasa naannawichaa aangessuu ilaalchisee, mul’ata mootummaa 2025 irra dhaabbachuun kan hundaa’e, Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) piroojektii dinagdeetii olitti, waadaa ummata Itoophiyaatiif galameedha. Tarkaanfiin addaa kun, carraa hojii kumaatamaan lakkaa’aman umuu cinaatti, carraa hojii naannawichaafi guddina ogummaatiif gumaacha guddaa kan argamisiisudha. Akkasumas, guddina indaastiriiwwan cinaa jajjabeessuun misooma naannoo keenyaa kan saffisiisu ta’a. Egeree Itti Fufiinsa Qabu: Itti fufiinsaaf kan of kenne, Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa (GSEZ) teknoolojiiwwan magariisaafi raawwiilee kalaqaa walitti makuun dhiibbaa naannoo xiqqeessuun, misooma industirii michuu-naannoo (eco-friendly) ta’eef sadarkaa (standard) haaraa kakaasuu kaayyeffateera.
Imala Seenaa Qabeessa Kana Irratti Nutti Makamaa; Egeree ifaafi badhaadhina qabuuf bu'uura yeroo keenyu kanatti, lammiileen Itoophiyaafi michoonni keenya addunyaa hundi piroojektii cehumsaa kana akka deeggartaniifi irratti hirmaattan kabajaan isin afeerra. Waliin hojjechuun, Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa gara wiirtuu carraafi kalaqaatti haa jijjiirru.
የዓለም የሰላም ሎሬት፣ ክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐቢይ አሕመድ ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞንን (GSEZ) በይፋ በማስጀመር ኢትዮጵያ ወደ ኢኮኖሚያዊ ሽግግር የምታደርገው ታሪካዊ ጉዞ አስጀምረዋል። ይህ ታሪካዊ ክስተት የአገራችንን አዲስ የፈጠራና ከፍተኛ የኢኮኖሚ ልማት ጅማሮን የሚያበስር ሲሆን የኢኮኖሚ ፈጠራን በማራመድ፣ የአከባቢውን ማህበረሰብ በማብቃትና ዘላቂነትን በማረጋገጥ ረገድም ከፍተኛ ሚና የሚጫወት ይሆናል።
የኢኮኖሚ ፈጠራን በማራመድ ረገድ ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን (GSEZ) የኢትዮጵያ የኢንዱስትሪ ስትራቴጂ የማዕዘን ድንጋይ እንዲሆን ታስቦ የተዘጋጀ ሲሆን ዓለም አቀፍና የሀገር ውስጥ ኢንቨስትመንት በመሳብ፣ የወጪ ንግድ በማስፋፋትና ከውጭ የሚገቡ ምርቶችን በአገር ውስጥ በመተካት እንዲሁም የላቁ የቴክኖሎጂ ኢንዱስትሪዎችን በማጎልበት ረገድ ግንባር ቀደም ሚና እንዲኖረው ታስቦ የተነደፈ ነው። ስትራቴጅካዊ ትኩረቱን በላቁ የማኑፋክቸሪንግ ቴክኖሎጂና በዘላቂ አሠራሮች ላይ በማድረግ፣ ዞኑ ለመላው አፍሪካ የኢኮኖሚ ዞኖች አዲስ ደረጃ ያስቀምጣል የሚል እምነት አለኝ።
መሠረቱን የመንግስት ርዕይ 2025 ያደረገው ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን፣ ከኢኮኖሚያዊ ፕሮጀክትነቱም በላይ ለኢትዮጵያ ህዝብ ጥቅም መከበር ያለንን ቁርጠኝነት የሚወክል ነው። የአካባቢውን ማህበረሰብ በማብቃት ረገድ ኢኒሼቲቩ፣ በሺዎች የሚቆጠሩ ስራዎችን ይፈጥራል፤ የሀገር ውስጥ የስራና የክህሎት እድገትን ያፋጥናል፤ በተጨማሪም የተጓዳኝ ኢንዱስትሪዎችን እድገት ያበረታታል፡፡ በውጤቱም ክልላዊ ልማታችንን ያፋጥናል፡፡ ለዘላቂነት ቁርጠኛ የሆነው ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን፣ የአካባቢን ተፅእኖ መቀነስ የሚያስችሉ አረንጓዴ ቴክኖሎጂዎችንና ፈጠራዊ አሰራሮችን በማዋሃድ ለወዳጀ-ከባቢ (eco-friendly) የኢንዱስትሪ ልማት አዲስ ፈር መቅደድ ይፈልጋል፡፡
ለመጪው ጊዜ ብርሀን በሚፈነጥቀውና የብልጽግናን መሠረት በሚጥለው በዚህ የለውጥ ፕሮጀክት ሁሉም ኢትዮጵያውያንና አለምአቀፍ አጋሮቻችን በድጋፍና በተሳትፎ በመቀላቀል የታሪካዊው ጉዞ አካል እንዲሆኑ በክብር እጋብዛለሁ። ተባብረን በመስራት ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞንን ወደ የእድልና የፈጠራ ማዕከልነት እናሻግረው።
Today marks a historic moment in Ethiopia's journey towards economic transformation as the World Peace Laureate, Hon. Prime Minister Abiy Ahmed (PhD) officially commences the Gada Special Economic Zone (GSEZ). This monumental event symbolizes the dawn of a new era of innovation and substantial economic development for the nation.
Driving Economic Innovation: The Gada SEZ is poised to become a cornerstone of Ethiopia's industrial strategy, designed to attract international and domestic investment, expand exports and ensure import substitution and nurture high-tech industries. With a strategic focus on advanced manufacturing, technology, and sustainable practices, the zone is expected to set a benchmark for economic zones across Africa.
Empowering Local Communities: Anchored in the government’s Vision 2025, the Gada SEZ is more than an economic project; it's a commitment to the Ethiopian people. This initiative is expected to generate thousands of jobs, boosting local employment and skills development. It will also promote the growth of ancillary industries, thus accelerating regional development.
A Sustainable Future: Committed to sustainability, the Gada SEZ integrates green technologies and innovative practices to minimize environmental impact, aiming to inspire a new standard for eco-friendly industrial development.
Join Us in This Historic Journey: As we lay the foundation for a brighter, more prosperous future, we invite all Ethiopians and global partners to support and participate in this transformative project. Let’s work together to turn the Gada SEZ into a hub of opportunity and innovation.