Tokkummaan Haa Haaroomu! Nageenyi Haa Waaru!
Tokkummaan Haa Haaroomu! Nageenyi Haa Waaru!
Ji’oonni muraasni as dhiyoo darbaa jiran, taateewwan hedduu murteessoo ta’an miilteffatan. Ji’oonni milkii milkooma dabalatan kunneen, rakkoon nageenyaa naannoo keenyatti mudatee ture fooyya’ee qilleensi qabbanaafi nageenyaa qa’ee ummata keenyaarraa itti abuurameedha.






