Diyaaspooraa irraa maaltu eegama
- Jijjiirama har’a biyya keenya keessatti dhufe kana dhalootni kaleessaa fi dhallotni har’as gatii itti kaffalaniiru ( generational success ) jedhe amana ODPn
- Injifannoo keenya tokkummaa oromoo keessaa dhufe
- Dhaloota har’aa irraa wanti eegamu injifannoo argame eeggachaa ilaa fi ilaameetiin mar’atanii kan hafuuf waliin qabsaa’uu dha.
Diyaasporaan oromoo injifannoo har’aaf bakka jirutti miidhaa uummata irra ga’aa ture dhagessisaa tureera
Investmentii keessatti
- Diyaaspooraan Dinagdeen oromoo ijaaruu keessatti qooda fudhachuu,
- lammiileen biyya alaa biyya keenyaatti ‘invest’ akka godhan carraalee jiran itti agarsiisuudha .
- Namootni ‘invest’ godhan dhugaatti nama invest godhuu danda’an ta’uu qorachuun odeeffannoo koree biyya keessaaf laachuu
- Turizimii biyya keenyaa beeksisuu
- Oomisha oromoo kessatti beekamoo ta’an beeksisuu ff irras fayyadamaa ta’uu.