Gamaggamni Raawwii Hojii Paartiifi Mootummaa Kurmaana 1ffaa bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale.
Gamaggamni Raawwii Hojii Paartiifi Mootummaa Kurmaana 1ffaa bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti gamaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 1ffaa bakka hoggantoonni seektarootaa, Godinaalee, Magaalotaafi Aanaalee Oromiyaa argamanitti qorachuu eegalee jira.
Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa gamaaggama kanarratti argamuun haasaa taasisaniin, kallattii qorannichaa kennanii jiru.






