• Slide Background Image
    Har'a sagantaa waldorgommiifi agarsiisa guluffii fardaa qarqara Haroo Dandiitti
    gaggeeffame irratti argamuu kiyyatti baay’een gammade jedhan PMNO Obbo Shimallis.
  • Slide Background Image
    Obbo Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
    Piroojektii Ijaarsaa Masaraa MNO jalqabsiisan
  • Slide Background Image
    Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Bara 2015 fi Kallattii Karoora Bara 2016
  • Slide Background Image
    Kabaja Ayyaana Fiichee Cambalaalaa Bara 2015
  • Slide Background Image
    Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa
    Barataa Kalaqa addaa hojjate Badhaasan.
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Hojiilen Magaalota Oromiyaatti hojjetaman dhimmoota
    xiyyeeffannoo Afur gidduugaleeffatu Pirezidaant Shimallis.
  • Slide Background Image
    Dhaabbiileen Misooma Naannoo Oromiyaa fedhiifi karoora
    Mootummaa naannichaa beekuun,karoorfatanii hojjechuu akka qaban,
    PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa eeran
  • Slide Background Image
    Mootummaan Naannoo Oromiyaa Aadaa hojii hawaasa
    keenyaa fooyyessuun Induustirii Manuufakcheriingii babbaal'isuuf hojjetaa jira."
    Perzidaant Shimallis.
  • Slide Background Image
    Mootummaan Naannoo Oromiyaa godinaalee sababaa hanqina
    roobaan miidhamaniif deeggarsa barbaachisu taasisaa jiraachuu
    Pirezidaant Shimallis eeran.
  • Slide Background Image
    Karoorri Hojii Bara 2015 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Pirezidaantiin
    Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisaafi Sadarkaa
    Itti Aanaa Pirezidaantiitti, Qindeessitoonni Kilaasteraa
    argamanitti Ilaalamuu eegale.
  • Slide Background Image
    Hirmaannaa ummataatiin nageenya,misoomaafi
    kenniinsa tajaajilaa keenya cimsinee itti fufsiisuu
    qabna." Obbo Awwaluu Abdii
  • Slide Background Image
    Mootummaan Naannoo Oromiyaa iddoolee hongeen
    midhaman dandamachiisuuf hojjetaa jiraachuu beeksise.
  • Slide Background Image
    Gumiin Balal Marsaa 20ffaan Mata Duree 'Ijaarsa Bu'uuraalee
    Nageenyaafi Itti Fayyadama Miidiyaa' jedhurratti
    Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffameera.
  • Slide Background Image
    Hir'inas ta'ee, milkaa'ina hojii keessatti argannee hundattu abbaa gochuu
    qabna'' Pir.Shimallis. Waltajjiin Gamaggama Raawwii Hojii Paartiifi Mootummaa Naannoo
    Oromiyaa Kurmaanni 3ffaan Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti Gaggeeffamaa Jira.
  • Slide Background Image
    Qormaanniifi rakkooleen biyya keenya mudatan
    kanneen,injifannoo caaluuf nu si'eessani malee kan nu
    jilbeeffachiisan miti" Obbo Awwaluu Abdii
  • Slide Background Image
    Walitti Dhufeeya Naannoolee Obolaa
  • Slide Background Image
    Walitti Dhufeeya Naannoolee Obolaa
  • Slide Background Image
    Walitti Dhufeeya Naannoolee Obolaa
  • Slide Background Image
    Anaa Dhufu ijooollee Biyyaa
  • Slide Background Image
    Baga Nagaan qe'ee keessan,Oromiyaa badhaatuufi
    miidhagduutti dhuftan! Welcome to your home land,Oromia
  • Slide Background Image
    Hawwata Tuurizimii Naannoo Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Mekaaniyizeeshinii fi Kilastara Qonnaa
  • Slide Background Image
    Goosoota Hawwata Turizimii Naannoo Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Barnoota barnoota, ammas barnootaa
    Kana ta’uu qaba, kaayyon Oromootaa

          BAGA GARA MARSAARITTII WAJJIRA PIREZIDAANTII MOOTUMMAA NAANNOO OROMIYAA DHUFTAN

Ijaarsa Sirna Oromoon hundeeffama biyya Itiyoophiyaa baroota kumaatamaan lakka’aaman keessatti injiifanno galmeessise qabsoo walirraa hincinne keessa darbe eenyummaa fakkeenya Biyyaa fi Afrikaaf ta’u siyaasa fi bulchinsa  Sirna Gadaa, Hawaasa-dinagdee hammattummaa fi ida’aachuun masakamen as geenye. Har’as Oromoon sirna, duudhaa fi sona fakkeenyumma qabu kanaan rakkoleen boqonnaa qabsoo isa mudataa jiran akkamitti akka cee'u seenaa fi sirnaan bareechee beekaa.Boqonnaan qabsoo keessatti argamnu kun, madaalliif bifa kamiinuu addaa. Oromoon sirna darban keessatti injiifannoo akka biyyaaf eenyummaan isaan galmeeffaman akka yakkaatti yaadamaa seenaa injifannoo biyya utube qabu akka moolqamuu ta’e ture ifatti hubachaa, qaacceeffataa, deebisee dhuunfachaa biyya harkaa qabu ceessisuuf ciminaan hojjetaa jiru irratti argamnaa. Gama biraan sadarkaa qabsoo irra gaheenye kan keessatti uummanni keenyaa miidhaa fi miira seenaa kaleessa keessa kaa’uun feedhi murna fi dhunfaa isaaniif akka tolu gaadi’uuf yaalame fashaleessaa injifannoo sabaa fi biyyaa sirnaan utubamtee fi ititte ijaaruuf Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa yeroo kamu caalaa xiyyeeffanoon hojetaa jira.

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et